Lakkoofsa 25:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Achiis Yihowaan Museedhaan, “Dheekkamsi Yihowaa inni bobaʼaan Israaʼel irraa akka deebiʼuuf, geggeessitoota* saba kanaa hundumaa fuudhiitii guyyaa saafaa* Yihowaa duratti isaan fannisi” jedhe. Keessa Deebii 21:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 “Namni tokko cubbuu duʼa itti murteessisu raawwatee yoo ajjeefame,+ atis muka irratti yoo isa fanniste,+
4 Achiis Yihowaan Museedhaan, “Dheekkamsi Yihowaa inni bobaʼaan Israaʼel irraa akka deebiʼuuf, geggeessitoota* saba kanaa hundumaa fuudhiitii guyyaa saafaa* Yihowaa duratti isaan fannisi” jedhe.
22 “Namni tokko cubbuu duʼa itti murteessisu raawwatee yoo ajjeefame,+ atis muka irratti yoo isa fanniste,+