-
1 Saamuʼel 18:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Haa taʼu malee, yeroon Saaʼol intala isaa Meeraabiin Daawititti heerumsiisu yommuu gaʼutti, ishiin haadha manaa Adriʼel+ Meholaatichaa akka taatu isaaf kennamtee turte.
-