2 Saamuʼel 21:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Kanaafuu, mootichi Armoonii fi Mefibosheet ilmaan Rizphaan+ intalli Aayaa Saaʼoliif deesse lamaan, akkasumas ilmaan Miikaal*+ intalli Saaʼol Adriʼel+ ilma Baarzilaay Meholaatichaaf deesse shanan ni fudhate.
8 Kanaafuu, mootichi Armoonii fi Mefibosheet ilmaan Rizphaan+ intalli Aayaa Saaʼoliif deesse lamaan, akkasumas ilmaan Miikaal*+ intalli Saaʼol Adriʼel+ ilma Baarzilaay Meholaatichaaf deesse shanan ni fudhate.