LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 18:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Yeroo kanatti intalli Saaʼol Miikaal+ Daawitiin ni jaallatte; oduun kun Saaʼolitti ni himame; kunis isa ni gammachiise.

  • 1 Saamuʼel 25:44
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 44 Saaʼol garuu intala isaa Miikaal+ ishii haadha manaa Daawit turte, Paaltii+ ilma Laaʼish isa nama Gaaliim taʼeef kennee ture.

  • 2 Saamuʼel 3:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Achiis Daawit, “Miikaal haadha manaa too, ishii ani qolofa* Filisxeemotaa 100n kaadhimadhe naa kenni” jedhee gara Ish Bosheet+ ilma Saaʼolitti ergamtoota erge.+

  • 2 Saamuʼel 6:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Kanaafuu, Miikaal+ intalli Saaʼol hanga guyyaa itti duutetti dhala hin godhanne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi