1 Saamuʼel 14:49 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 49 Ilmaan Saaʼol, Yonaataan, Yishwii fi Malkishuwaa+ turan. Ijoollee durbaa lamas kan qabu yommuu taʼu, maqaan ishii angafaa Meeraab,+ maqaan ishii quxisuu immoo Miikaal+ ture. 2 Saamuʼel 6:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Haa taʼu malee, yommuu Taabonni Yihowaa gara Magaalaa Daawititti seenu, Miikaal+ intalli Saaʼol karaa foddaa gad ilaaltee, yommuu Daawit Mootichi Yihowaa duratti utaaluu fi shubbisu argite; garaa ishiittis isa ni tuffatte.+
49 Ilmaan Saaʼol, Yonaataan, Yishwii fi Malkishuwaa+ turan. Ijoollee durbaa lamas kan qabu yommuu taʼu, maqaan ishii angafaa Meeraab,+ maqaan ishii quxisuu immoo Miikaal+ ture.
16 Haa taʼu malee, yommuu Taabonni Yihowaa gara Magaalaa Daawititti seenu, Miikaal+ intalli Saaʼol karaa foddaa gad ilaaltee, yommuu Daawit Mootichi Yihowaa duratti utaaluu fi shubbisu argite; garaa ishiittis isa ni tuffatte.+