2 Saamuʼel 3:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Saaʼol saajjatoo* Rizphaa+ jedhamtu qaba ture; ishiin intala Aayaa turte. Boodas Ish Bosheet+ Abneeriin, “Saajjatoo abbaa kootii wajjin saalqunnamtii kan raawwatte maaliifi?” jedhe.+
7 Saaʼol saajjatoo* Rizphaa+ jedhamtu qaba ture; ishiin intala Aayaa turte. Boodas Ish Bosheet+ Abneeriin, “Saajjatoo abbaa kootii wajjin saalqunnamtii kan raawwatte maaliifi?” jedhe.+