-
1 Saamuʼel 10:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Namoonni duraan isa beekan hundi utuu inni raajotaa wajjin raajii dubbatuu yommuu isa argan, “Ilmi Qiish maal taʼe? Saaʼolis raajota keessaa tokko dhaa?” waliin jedhan.
-