1 Seenaa Baraa 20:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Ammas Filisxeemotaa wajjin waraanni ni jalqabame; Elhaanaan ilmi Yaaʼir Laahmii obboleessa Goliyaad+ isa nama Gaat taʼe sanaa ni ajjeese; inni eeboo mukti isaa muka namni wayyaa dhaʼu wayyaa itti maru fakkaatu qabatee ture.+
5 Ammas Filisxeemotaa wajjin waraanni ni jalqabame; Elhaanaan ilmi Yaaʼir Laahmii obboleessa Goliyaad+ isa nama Gaat taʼe sanaa ni ajjeese; inni eeboo mukti isaa muka namni wayyaa dhaʼu wayyaa itti maru fakkaatu qabatee ture.+