LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 21:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Ammas Goobitti Filisxeemotaa wajjin waraanni ni jalqabame;+ Elhaanaan ilmi Yaaʼaaree Oregim Beetaliheemichaa Goliyaad isa nama Gaat taʼe ni ajjeese; inni eeboo mukti isaa muka shammaaneen wayyaa itti maru fakkaatu qabatee ture.+

  • 1 Seenaa Baraa 11:23, 24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Kana malees, inni namicha Gibxii akka malee guddaa taʼee fi dhundhuma shan dheeratu*+ tokko ajjeeseera. Namichi Gibxii sun harka isaatti eeboo mukti isaa muka namni wayyaa dhaʼu wayyaa itti maru fakkaatu+ kan qabate taʼus, inni garuu ulee qabatee isa loluu deeme; achiis eeboo namicha Gibxii sanaa harka isaa irraa butee, eeboo sanaan isa ajjeese.+ 24 Benaayaan ilmi Yehoyaadaa wantoota kana ni raawwate; inni akkuma loltoota jajjaboo sadan sanaa beekamaa ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi