1 Saamuʼel 17:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Achiis gootni tokko buufata Filisxeemotaa keessaa gad ni baʼe; maqaan isaa Goliyaad+ jedhama; inni nama Gaat+ yeroo taʼu, dheerinni isaa dhundhuma jaʼaa fi taakkuu tokko ture.* 1 Saamuʼel 17:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Mukti eeboo isaa muka namni wayyaa dhaʼu wayyaa itti maru fakkaata ture;+ ulfaatinni sibiila eeboo isaa sheeqilii 600* ture; namni meeshaa waraanaa isaaf baatu tokkos isa dura deema ture.
4 Achiis gootni tokko buufata Filisxeemotaa keessaa gad ni baʼe; maqaan isaa Goliyaad+ jedhama; inni nama Gaat+ yeroo taʼu, dheerinni isaa dhundhuma jaʼaa fi taakkuu tokko ture.*
7 Mukti eeboo isaa muka namni wayyaa dhaʼu wayyaa itti maru fakkaata ture;+ ulfaatinni sibiila eeboo isaa sheeqilii 600* ture; namni meeshaa waraanaa isaaf baatu tokkos isa dura deema ture.