Baʼuu 15:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Yeroo sanatti Musee fi Israaʼelonni faarfannaa kana Yihowaadhaaf ni faarfatan:+ “Ulfinni isaa guddaa waan taʼeef Yihowaa nan faarfadha.+ Inni farda sanaa fi abbaa fardaa sana galaanichatti darbateera.+ Abbootii Murtii 5:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Guyyaa sanatti Dibooraan+ Baaraaq+ ilma Abinoʼaamii wajjin faarfannaa kana faarfatte:+
15 Yeroo sanatti Musee fi Israaʼelonni faarfannaa kana Yihowaadhaaf ni faarfatan:+ “Ulfinni isaa guddaa waan taʼeef Yihowaa nan faarfadha.+ Inni farda sanaa fi abbaa fardaa sana galaanichatti darbateera.+