Faarfannaa 116:3, 4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Wadaroon duʼaa natti marame;Awwaallis cimsee na qabatee ture.*+ Dhiphinaa fi gaddaan liqimfameen ture.+ 4 Garuu, “Yaa Yihowaa, na* oolchi!” Jedhee maqaa Yihowaa nan waammadhe.+
3 Wadaroon duʼaa natti marame;Awwaallis cimsee na qabatee ture.*+ Dhiphinaa fi gaddaan liqimfameen ture.+ 4 Garuu, “Yaa Yihowaa, na* oolchi!” Jedhee maqaa Yihowaa nan waammadhe.+