LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 142:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 142 Sagalee koo ol kaasee gargaarsaaf gara Yihowaatti nan iyyadha;+

      Sagalee koo ol kaasee Yihowaan gaarummaa akka natti argisiisu kadhata nan dhiheessa.

  • Yoonaas 2:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 akkana jedhe:

      “Dhiphina koo irraa kan kaʼe Yihowaa nan waammadhe; innis naaf deebise.+

      Awwaala* gad fagoo* keessaa gargaarsaaf nan iyye.+

      Atis sagalee koo ni dhageesse.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi