LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 3:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Yihowaanis itti dabaluudhaan akkana jedhe: “Ani dhugumaan rakkina saba koo warra Gibxii keessa jiranii argeera; warra dirqamaan isaan hojjechiisaniin kan kaʼe iyya isaan dhageessisan dhagaʼeera; miidhaa isaan irra gaʼaa jirus akka gaariitti nan beeka.+

  • Faarfannaa 18:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Yeroo dhiphina kootti Yihowaa nan waammadhe,

      Gargaarsa argachuufis irra deddeebiʼee gara Waaqa kootti nan iyyadhe.

      Innis mana qulqullummaa isaa keessa taʼee sagalee koo dhagaʼe,+

      Iyyi ani gargaarsa argachuuf dhageessises gurra isaa ni gaʼe.+

  • Faarfannaa 34:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Ijji Yihowaa qajeelota irra jira,+

      Gurri isaas iyya isaan gargaarsa argachuuf dhiheessan ni dhagaʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi