LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 22:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Yeroo dhiphina kootti Yihowaa nan waammadhe,+

      Irra deddeebiʼee Waaqa koo nan waammadhe.

      Innis mana qulqullummaa isaa keessa taʼee sagalee koo dhagaʼe,

      Iyyi ani gargaarsa argachuuf dhageessises gurra isaa ni gaʼe.+

  • Faarfannaa 10:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Yaa Yihowaa, ati garuu gaaffii garraamotaa ni dhageessa.+

      Garaa isaanii ni cimsita,+ xiyyeeffannaas isaaniif ni kennita.+

  • Faarfannaa 34:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Ijji Yihowaa qajeelota irra jira,+

      Gurri isaas iyya isaan gargaarsa argachuuf dhiheessan ni dhagaʼa.+

  • 1 Pheexiros 3:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Sababiin isaas, ijji Yihowaa* qajeelota irra jira; gurri isaas wawwaannaa isaanii ni dhagaʼa;+ taʼus Yihowaan* warra wanta hamaa hojjetan irraa ni garagala.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi