-
1 Seenaa Baraa 29:18, 19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Waaqa abbootii keenya Abrahaam, Yisihaaqii fi Israaʼel kan taate yaa Yihowaa, fedhiinii fi yaanni garaa saba kee keessa jiru kun bara baraaf akka itti fufu godhi; garaa isaaniis ofitti qajeelchi.+ 19 Inni ajajawwan kee, yaadachiisawwan kee fi dambiiwwan kee akka eeguuf,+ wantoota kana hunda akka raawwatuuf, akkasumas mana qulqullummaa* ani qophii godheef kana akka ijaaruuf,+ ilma koo Solomooniif garaa guutuu taʼe* kenni.”+
-