Faarfannaa 10:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yaa Yihowaa, ati garuu gaaffii garraamotaa ni dhageessa.+ Garaa isaanii ni cimsita,+ xiyyeeffannaas isaaniif ni kennita.+ Faarfannaa 86:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Yaa Yihowaa, waaʼee daandii keetii na barsiisi.+ Anis dhugaa kee keessa nan deddeebiʼa.+ Maqaa kee akkan sodaadhuuf, garaa koo tokko naaf godhi.*+
17 Yaa Yihowaa, ati garuu gaaffii garraamotaa ni dhageessa.+ Garaa isaanii ni cimsita,+ xiyyeeffannaas isaaniif ni kennita.+
11 Yaa Yihowaa, waaʼee daandii keetii na barsiisi.+ Anis dhugaa kee keessa nan deddeebiʼa.+ Maqaa kee akkan sodaadhuuf, garaa koo tokko naaf godhi.*+