Fakkeenya 15:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Aarsaan hamootaa Yihowaa duratti jibbisiisaa dha,+Kadhannaan qajeelotaa garuu isa gammachiisa.+ 1 Pheexiros 3:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Sababiin isaas, ijji Yihowaa* qajeelota irra jira; gurri isaas wawwaannaa isaanii ni dhagaʼa;+ taʼus Yihowaan* warra wanta hamaa hojjetan irraa ni garagala.”+
12 Sababiin isaas, ijji Yihowaa* qajeelota irra jira; gurri isaas wawwaannaa isaanii ni dhagaʼa;+ taʼus Yihowaan* warra wanta hamaa hojjetan irraa ni garagala.”+