Yaaqoob 5:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Kanaafuu, fayyuu akka dandeessaniif cubbuu keessan ifatti walitti himadhaa,+ akkasumas waliif kadhadhaa. Wawwaannaan nama qajeelaa humna qaba, namoota gargaaruus ni dandaʼa.+ 1 Pheexiros 3:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Sababiin isaas, ijji Yihowaa* qajeelota irra jira; gurri isaas wawwaannaa isaanii ni dhagaʼa;+ taʼus Yihowaan* warra wanta hamaa hojjetan irraa ni garagala.”+ 1 Yohaannis 3:21, 22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Yaa obboloota jaallatamo, garaan keenya nutti hin murteessu yoo taʼe, Waaqayyo duratti bilisummaa dubbachuu ni qabaanna;+ 22 ajajawwan isaa waan eegnuu fi wanta isa gammachiisu waan hojjennuuf, wanta isa gaafannu kam iyyuu isa irraa ni arganna.+
16 Kanaafuu, fayyuu akka dandeessaniif cubbuu keessan ifatti walitti himadhaa,+ akkasumas waliif kadhadhaa. Wawwaannaan nama qajeelaa humna qaba, namoota gargaaruus ni dandaʼa.+
12 Sababiin isaas, ijji Yihowaa* qajeelota irra jira; gurri isaas wawwaannaa isaanii ni dhagaʼa;+ taʼus Yihowaan* warra wanta hamaa hojjetan irraa ni garagala.”+
21 Yaa obboloota jaallatamo, garaan keenya nutti hin murteessu yoo taʼe, Waaqayyo duratti bilisummaa dubbachuu ni qabaanna;+ 22 ajajawwan isaa waan eegnuu fi wanta isa gammachiisu waan hojjennuuf, wanta isa gaafannu kam iyyuu isa irraa ni arganna.+