LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 27:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yaa Yihowaa, karaa kee na barsiisi,+

      Diinota koo irraa kan kaʼe, daandii qajeelummaa irra na geggeessi.

  • Faarfannaa 119:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  33 Yaa Yihowaa, daandii dambiiwwan keetii na barsiisi,+

      Anis hamma dhumaatti isa nan hordofa.+

  • Faarfannaa 143:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Sitti waanan amanamuuf,

      Ganama jaalala kee isa amanamaa akkan dhagaʼu godhi.

      Gara keetti waanan garagaluuf,*

      Daandiin irra deemuu qabu na beeksisi.+

  • Isaayyaas 54:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Ilmaan* kee hundi Yihowaa irraa kan baratan ni taʼu,+

      Nagaan ilmaan* keetiis baayʼee ni taʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi