Faarfannaa 25:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Yaa Yihowaa, karaa kee na beeksisi;+Daandii kee na barsiisi.+ Faarfannaa 86:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Yaa Yihowaa, waaʼee daandii keetii na barsiisi.+ Anis dhugaa kee keessa nan deddeebiʼa.+ Maqaa kee akkan sodaadhuuf, garaa koo tokko naaf godhi.*+ Isaayyaas 30:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Yihowaan nyaata dhiphinaa fi bishaan cunqursaa kan isiniif kennu yoo taʼe illee,+ Barsiisaan kee Inni Guddichi kana booda si duraa hin dhokatu; atis ijuma keetiin Barsiisaa kee Isa Guddicha+ ni argita. Isaayyaas 54:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Ilmaan* kee hundi Yihowaa irraa kan baratan ni taʼu,+Nagaan ilmaan* keetiis baayʼee ni taʼa.+
11 Yaa Yihowaa, waaʼee daandii keetii na barsiisi.+ Anis dhugaa kee keessa nan deddeebiʼa.+ Maqaa kee akkan sodaadhuuf, garaa koo tokko naaf godhi.*+
20 Yihowaan nyaata dhiphinaa fi bishaan cunqursaa kan isiniif kennu yoo taʼe illee,+ Barsiisaan kee Inni Guddichi kana booda si duraa hin dhokatu; atis ijuma keetiin Barsiisaa kee Isa Guddicha+ ni argita.