Faarfannaa 119:165 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 165 Warri seera kee jaallatan nagaa hedduu qabu;+Homtuu isaan gufachiisuu hin dandaʼu.* Isaayyaas 66:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yihowaan akkana jedha: “Kunoo, ani akkuma lagaatti nagaa,+Akkuma yaaʼaa bishaaniittis ulfina sabootaa ishiidhaaf nan kenna.+ Isinis tafa irra teessanii ni hootu, kunuunsas ni argattu,Gudeeda irra teessaniis ni ururfamtu. Ermiyaas 33:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 ‘Kunoo, ishiin akka itti wayyaaʼuu fi akka fayyitu nan godha;+ isaan nan fayyisa, nagaa fi dhugaa hedduus isaaniif nan kenna.+
12 Yihowaan akkana jedha: “Kunoo, ani akkuma lagaatti nagaa,+Akkuma yaaʼaa bishaaniittis ulfina sabootaa ishiidhaaf nan kenna.+ Isinis tafa irra teessanii ni hootu, kunuunsas ni argattu,Gudeeda irra teessaniis ni ururfamtu.
6 ‘Kunoo, ishiin akka itti wayyaaʼuu fi akka fayyitu nan godha;+ isaan nan fayyisa, nagaa fi dhugaa hedduus isaaniif nan kenna.+