Faarfannaa 1:2, 3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kanaa mannaa inni seera Yihowaatti ni gammada,+Seera isaas halkanii fi guyyaa sagalee isaa gad qabee dubbisa.*+ 3 Inni akka muka bishaan yaaʼu biratti dhaabamee,Akka muka waqtii isaatti firii godhatuu,Baalli isaas hin coollignee ni taʼa. Wanti inni godhu hundis isaaf ni milkaaʼa.+ Fakkeenya 3:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yaa ilma koo, barumsa* koo hin irraanfatin,Garaan kees ajajawwan koo haa eegu, 2 Sababiin isaas, isaan waggoota hedduu,Bara jireenyaa fi nagaa siif ni dabalu.+ Isaayyaas 32:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Buʼaan qajeelummaa dhugaa, nagaa,+Firiin qajeelummaa dhugaas, tasgabbii fi boqonnaa dhaabbataa ni taʼa.+ Isaayyaas 48:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Ajajawwan koo xiyyeeffannaadhaan utuu dhageesseetta taʼee akkam gaarii ture!+ Silaa nagaan kee akkuma lagaa,+Qajeelummaan kees akkuma dambalii galaanaa ni taʼa.+
2 Kanaa mannaa inni seera Yihowaatti ni gammada,+Seera isaas halkanii fi guyyaa sagalee isaa gad qabee dubbisa.*+ 3 Inni akka muka bishaan yaaʼu biratti dhaabamee,Akka muka waqtii isaatti firii godhatuu,Baalli isaas hin coollignee ni taʼa. Wanti inni godhu hundis isaaf ni milkaaʼa.+
3 Yaa ilma koo, barumsa* koo hin irraanfatin,Garaan kees ajajawwan koo haa eegu, 2 Sababiin isaas, isaan waggoota hedduu,Bara jireenyaa fi nagaa siif ni dabalu.+
17 Buʼaan qajeelummaa dhugaa, nagaa,+Firiin qajeelummaa dhugaas, tasgabbii fi boqonnaa dhaabbataa ni taʼa.+
18 Ajajawwan koo xiyyeeffannaadhaan utuu dhageesseetta taʼee akkam gaarii ture!+ Silaa nagaan kee akkuma lagaa,+Qajeelummaan kees akkuma dambalii galaanaa ni taʼa.+