Faarfannaa 119:165 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 165 Warri seera kee jaallatan nagaa hedduu qabu;+Homtuu isaan gufachiisuu hin dandaʼu.* Isaayyaas 55:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Isin gammachuudhaan gad ni baatu,+Nagaadhaanis ni deebifamtu.+ Gaaronnii fi tabbawwan isin duratti gammachuudhaan ni ililchu,+Mukeetiin dirree hundis harka isaanii walitti ni rukutu.+
12 Isin gammachuudhaan gad ni baatu,+Nagaadhaanis ni deebifamtu.+ Gaaronnii fi tabbawwan isin duratti gammachuudhaan ni ililchu,+Mukeetiin dirree hundis harka isaanii walitti ni rukutu.+