Isaayyaas 54:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Ilmaan* kee hundi Yihowaa irraa kan baratan ni taʼu,+Nagaan ilmaan* keetiis baayʼee ni taʼa.+ Isaayyaas 66:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yihowaan akkana jedha: “Kunoo, ani akkuma lagaatti nagaa,+Akkuma yaaʼaa bishaaniittis ulfina sabootaa ishiidhaaf nan kenna.+ Isinis tafa irra teessanii ni hootu, kunuunsas ni argattu,Gudeeda irra teessaniis ni ururfamtu.
12 Yihowaan akkana jedha: “Kunoo, ani akkuma lagaatti nagaa,+Akkuma yaaʼaa bishaaniittis ulfina sabootaa ishiidhaaf nan kenna.+ Isinis tafa irra teessanii ni hootu, kunuunsas ni argattu,Gudeeda irra teessaniis ni ururfamtu.