Isaayyaas 60:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Saboonni gara ifa keetti,+Mootonnis+ gara simboo* kee isa calaqqisutti ni dhufu.+ Haagee 2:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 “‘Ani saboota hundumaa nan sochoosa; wantoonni gatii guddaa qabanis* saboota hundumaa keessaa ni dhufu;+ mana kanas ulfinaan nan guuta’+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.
7 “‘Ani saboota hundumaa nan sochoosa; wantoonni gatii guddaa qabanis* saboota hundumaa keessaa ni dhufu;+ mana kanas ulfinaan nan guuta’+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.