-
Baʼuu 40:35Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
35 Duumessi sun dunkaana walgaʼii irra waan tureef, akkasumas ulfinni Yihowaa godoo qulqulluu sana guutee waan tureef, Museen achi keessa seenuu hin dandeenye.+
-
-
1 Mootota 8:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Ulfinni Yihowaa mana Yihowaa waan guuteef, duumessichaan kan kaʼe luboonni achi dhaabbatanii tajaajiluu hin dandeenye.+
-