LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 19:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Seerri Yihowaa mudaa hin qabu,+ humna namaa haaressa.*+

      Yaadachiisni Yihowaa kan amanamu dha,+ isa muuxannoo hin qabne ogeessa godha.+

  • Faarfannaa 40:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Yaa Waaqa koo, fedhii kee raawwachuun na gammachiisa.*+

      Seerri kees garaa koo keessa jira.+

  • Faarfannaa 112:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 112 Yaahiin jajadhaa!*+

      א [Aleef]

      Namni Yihowaa sodaatu,+

      ב [Beet]

      Namni ajajawwan isaa baayʼee jaallatus gammadaa dha.+

  • Maatewos 5:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 “Warri wantoota hafuuraa dheebotan* gammadoo dha;+ Mootummaan samii kan isaanii ti.

  • Roomaa 7:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Keessa namummaa kootti seera Waaqayyootti nan gammada;+

  • Yaaqoob 1:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Haa taʼu malee, namni seera mudaa hin qabne+ isa bilisummaa argamsiisu sana xiyyeeffannaadhaan ilaaluu fi hordofuu isaa itti fufu, isa dhagaʼee irraanfatu utuu hin taʼin, isa hojii irra oolchu dha; inni wanta raawwatetti ni gammada.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi