Maatewos 7:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 “Kanaafuu, namni dubbii koo kana dhagaʼee hojii irra oolchu, nama hubataa mana isaa qarsaa irratti ijaarrate fakkaata.+ Luqaas 11:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Inni garuu, “Lakki, gammadoon illee namoota dubbii Waaqayyoo dhagaʼanii hojii irra oolchani dha!”+ jedhe. Yohaannis 13:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Isin wantoota kana yoo beektanii fi yoo hojii irra oolchitan gammadoo dha.+
24 “Kanaafuu, namni dubbii koo kana dhagaʼee hojii irra oolchu, nama hubataa mana isaa qarsaa irratti ijaarrate fakkaata.+
28 Inni garuu, “Lakki, gammadoon illee namoota dubbii Waaqayyoo dhagaʼanii hojii irra oolchani dha!”+ jedhe.