Baʼuu 15:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Inni fayyina waan naaf taʼeef, Yaah* jabina koo fi guddina koo ti.+ Inni Waaqa koo ti, isa nan jajadha;+ Waaqa abbaa kootii ti,+ ol isa nan qaba.+ Mulʼata 19:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Kana booda samii keessaa sagalee guddaa, sagalee namoota hedduu fakkaatu tokko nan dhagaʼe. Isaan akkana jedhan: “Yaahiin jajadhaa!*+ Fayyinni, ulfinnii fi humni kan Waaqa keenyaa ti;
2 Inni fayyina waan naaf taʼeef, Yaah* jabina koo fi guddina koo ti.+ Inni Waaqa koo ti, isa nan jajadha;+ Waaqa abbaa kootii ti,+ ol isa nan qaba.+
19 Kana booda samii keessaa sagalee guddaa, sagalee namoota hedduu fakkaatu tokko nan dhagaʼe. Isaan akkana jedhan: “Yaahiin jajadhaa!*+ Fayyinni, ulfinnii fi humni kan Waaqa keenyaa ti;