-
Faarfannaa 7:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Inni meeshaawwan waraanaa isaa warra nama ajjeesan,
Xiyyawwan isaa warra bobaʼanis ni qopheeffata.+
-
-
Faarfannaa 77:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Duumessoonni bishaan roobsaniiru.
Samiiwwan duumessa uffatan kakawweessaʼaniiru,
Xiyyawwan kees asii fi achi futtaafamaniiru.+
-