2 Saamuʼel 22:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Xiyya isaa darbatee+ isaan bittinneesse;Bakakkaa buusees isaan burjaajesse.+ Faarfannaa 144:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Bakakkaan akka balaqqeessaʼu godhiitii diina bittinneessi;+Xiyyawwan kee darbadhuutii isaan burjaajessi.+
6 Bakakkaan akka balaqqeessaʼu godhiitii diina bittinneessi;+Xiyyawwan kee darbadhuutii isaan burjaajessi.+