Faarfannaa 3:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yaa Yihowaa, kaʼi! Yaa Waaqa koo, na oolchi!+ Ati diinota koo hundumaa mangaagaa isaanii ni rukutta;Ilkaan hamootaas ni caccabsita.+ Faarfannaa 56:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Guyyaan gargaarsa argachuuf iyyadhetti diinonni koo duubatti deebiʼu.+ Ani Waaqayyo na cinaa akka jiru mirkanaaʼaa dha.+
7 Yaa Yihowaa, kaʼi! Yaa Waaqa koo, na oolchi!+ Ati diinota koo hundumaa mangaagaa isaanii ni rukutta;Ilkaan hamootaas ni caccabsita.+
9 Guyyaan gargaarsa argachuuf iyyadhetti diinonni koo duubatti deebiʼu.+ Ani Waaqayyo na cinaa akka jiru mirkanaaʼaa dha.+