Daaniʼel 4:37 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 “Amma ani Nebukadnezaar, Mootii samii nan jajadha,+ ol nan qaba, ulfinas isaaf nan kenna; sababiin isaas, hojiiwwan isaa hundi dhugaa dha, daandiiwwan isaas qajeeloo dha;+ inni warra of tuulummaadhaan deddeebiʼan ni salphisa.”+ 1 Pheexiros 5:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Haaluma wal fakkaatuun, isin dargaggoonni jaarsoliidhaaf bitamaa.+ Walitti dhufeenya walii wajjin qabdaniin hundi keessan gad of qabuu uffadhaa;* sababiin isaas, Waaqayyo warra of tuulan ni morma, warra gad of qabaniif garuu gaarummaa guddaa ni kenna.+
37 “Amma ani Nebukadnezaar, Mootii samii nan jajadha,+ ol nan qaba, ulfinas isaaf nan kenna; sababiin isaas, hojiiwwan isaa hundi dhugaa dha, daandiiwwan isaas qajeeloo dha;+ inni warra of tuulummaadhaan deddeebiʼan ni salphisa.”+
5 Haaluma wal fakkaatuun, isin dargaggoonni jaarsoliidhaaf bitamaa.+ Walitti dhufeenya walii wajjin qabdaniin hundi keessan gad of qabuu uffadhaa;* sababiin isaas, Waaqayyo warra of tuulan ni morma, warra gad of qabaniif garuu gaarummaa guddaa ni kenna.+