LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 18:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Achiis akkana jedhe: “Yihowaan inni biyya Gibxii fi Faraʼoon jalaa isin oolche, inni sabicha toʼannaa biyya Gibxii jalaa oolche haa jajamu. 11 Wanta inni warra saba isaa irratti of tuulummaa argisiisan irratti raawwateen kan kaʼe, amma ani Yihowaan waaqolii kaan hunda irra akka caalu+ beekeera.”

  • Yaaqoob 4:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Haa taʼu malee, gaarummaa guddaan Waaqayyo kennu, hafuura akkasii caalaa guddaa dha. Kanaafuu, “Waaqayyo warra of tuulan ni morma,+ warra gad of qabaniif garuu gaarummaa guddaa ni kenna”+ jedhamee barreeffameera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi