Faarfannaa 35:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Gaachana kee isa xinnoo* fi gaachana kee isa guddaa fudhadhuutii,+Naaf falmuuf kaʼi.+ Faarfannaa 91:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Inni baalleewwan isaatiin si golga,*Atis qoochoowwan isaa jalatti kooluu galta.+ Amanamummaan isaa+ gaachana guddaa+ fi dallaa eegumsaa siif taʼa.
4 Inni baalleewwan isaatiin si golga,*Atis qoochoowwan isaa jalatti kooluu galta.+ Amanamummaan isaa+ gaachana guddaa+ fi dallaa eegumsaa siif taʼa.