Baʼuu 19:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 ‘Qoochoo* risaatti isin baadhee gara ofii kootti isin fiduuf,+ wantan warra Gibxii irratti raawwadhe isinumti iyyuu argitaniittu.+ Keessa Deebii 32:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Akkuma risaan manʼee ishii sochoostutti,Cuucota ishii irra naannoftutti,Qoochoo* ishii diriirsitee isaan fudhattutti,Baalleewwan ishii irrattis isaan baattutti,+ Ruut 2:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Wanta ati gooteef Yihowaan si haa kiisu;+ Yihowaan Waaqni Israaʼel inni ati qoochoo* isaa jalatti dahoo argachuuf gara isaa dhufte+ gatii kee guutummaatti* siif haa kennu.”
4 ‘Qoochoo* risaatti isin baadhee gara ofii kootti isin fiduuf,+ wantan warra Gibxii irratti raawwadhe isinumti iyyuu argitaniittu.+
11 Akkuma risaan manʼee ishii sochoostutti,Cuucota ishii irra naannoftutti,Qoochoo* ishii diriirsitee isaan fudhattutti,Baalleewwan ishii irrattis isaan baattutti,+ Ruut 2:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Wanta ati gooteef Yihowaan si haa kiisu;+ Yihowaan Waaqni Israaʼel inni ati qoochoo* isaa jalatti dahoo argachuuf gara isaa dhufte+ gatii kee guutummaatti* siif haa kennu.”
12 Wanta ati gooteef Yihowaan si haa kiisu;+ Yihowaan Waaqni Israaʼel inni ati qoochoo* isaa jalatti dahoo argachuuf gara isaa dhufte+ gatii kee guutummaatti* siif haa kennu.”