-
Fakkeenya 1:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Yeroo sanatti isaan irra deddeebiʼanii na waammatu, ani garuu deebii isaaniif hin kennu;
Dhimmanii na barbaaddatu, garuu na hin argatan,+
-
Isaayyaas 1:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Harka keessan yommuu diriirsitan,
Ija koo isin duraa nan dhoksa.+
-
-
Miikiyaas 3:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Yeroo sanatti isaan gargaarsaaf Yihowaa ni waammatu,
Inni garuu deebii isaaniif hin kennu.
-
-
-