43 Saba dogoggora funaanu irraa na oolchita.+
Mataa sabootaa gootee na muudda.+
Namoonni ani hin beeknes na tajaajilu.+
44 Isaan oduu dhagaʼaniin qofa anaaf ni ajajamu;
Namoonni biyya ormaa hollachaa na duratti dhihaatu;+
45 Namoonni biyya ormaa ni sodaatu;
Hollachaas dahoo isaanii keessaa ni baʼu.