LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 25:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Yommuu namni tokko si ariʼachuu fi lubbuu kee barbaaduuf kaʼutti, lubbuun gooftaa kootii korojoo jireenyaa keessatti of eeggannoodhaan maramee Waaqa kee Yihowaa bira ni taaʼa; haa taʼu malee, Waaqayyo lubbuu diinota keetii akka dhagaa furrisa keessaa darbatamuutti ni furrisa.

  • 2 Saamuʼel 18:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Ahimaʼaaz+ ilmi Saadoqis, “Yihowaan diinota isaa irraa bilisa isa baasuudhaan murtii haqaa waan isaaf kenneef, maaloo, fiigee dhaqeen oduu kana mootichatti hima” jedhe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi