1 Seenaa Baraa 16:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Isa faarfadhaa, faarfannaa galataa isaaf dhiheessaa;*+Hojiiwwan isaa warra dinqisiisoo taʼan hundumaa irratti yaadaa.*+ Faarfannaa 145:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Guyyaa guutuu sin jajadha;+Baraa hamma bara baraatti maqaa kee nan jajadha.+ Roomaa 15:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 akkasumas saboonni gara laafina isaatiif Waaqayyoon akka galateeffataniifi.+ Kunis akkuma, “Saboota gidduutti ifatti kanan si beeksisuu kanaafi, maqaa keetiifis faarfannaa galataa nan faarfadha”+ jedhamee barreeffametti dha.
9 Isa faarfadhaa, faarfannaa galataa isaaf dhiheessaa;*+Hojiiwwan isaa warra dinqisiisoo taʼan hundumaa irratti yaadaa.*+
9 akkasumas saboonni gara laafina isaatiif Waaqayyoon akka galateeffataniifi.+ Kunis akkuma, “Saboota gidduutti ifatti kanan si beeksisuu kanaafi, maqaa keetiifis faarfannaa galataa nan faarfadha”+ jedhamee barreeffametti dha.