2 Saamuʼel 22:50 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 50 Yaa Yihowaa, saboota gidduutti kanan si galateeffadhu kanaafi,+Maqaa keetiifis akkana jedhee faarfannaa galataa nan faarfadha:*+ Faarfannaa 18:49 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 49 Yaa Yihowaa, saboota gidduutti ulfina kanan siif kennu kanaafi,+Maqaa keetiifis faarfannaa galataa nan faarfadha.*+
50 Yaa Yihowaa, saboota gidduutti kanan si galateeffadhu kanaafi,+Maqaa keetiifis akkana jedhee faarfannaa galataa nan faarfadha:*+
49 Yaa Yihowaa, saboota gidduutti ulfina kanan siif kennu kanaafi,+Maqaa keetiifis faarfannaa galataa nan faarfadha.*+