50 Yaa Yihowaa, saboota gidduutti kanan si galateeffadhu kanaafi,+
Maqaa keetiifis akkana jedhee faarfannaa galataa nan faarfadha:+
51 Inni mootii isaatiif gochawwan fayyinaa guguddaa ni raawwata;+
Isa dibe sanatti,
Daawitii fi sanyii isaatti bara baraaf jaalala amanamaa ni argisiisa.”+