Keessa Deebii 32:43 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 43 Inni dhiiga tajaajiltoota isaatiif haaloo waan baʼuuf,+Diinota isaa irratti haaloo waan baʼuuf,+Biyya saba isaatiifis araara waan argamsiisuuf,*Yaa sabootaa, saba isaa wajjin gammadaa.”+ Faarfannaa 117:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 117 Isin saboonni hundi, Yihowaa jajadhaa;+Isin namoonni* hundi, ulfina isaaf kennaa.+
43 Inni dhiiga tajaajiltoota isaatiif haaloo waan baʼuuf,+Diinota isaa irratti haaloo waan baʼuuf,+Biyya saba isaatiifis araara waan argamsiisuuf,*Yaa sabootaa, saba isaa wajjin gammadaa.”+