LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 12:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Ani saba guddaa sin godha; sin eebbisa; maqaa kee guddaa nan godha; atis warra kaaniif eebba ni taata.+ 3 Warra si eebbisan nan eebbisa; isa si abaaru immoo nan abaara;+ maatiiwwan lafa irraa hundis dhugumaan karaa kee ni eebbifamu.”*+

  • 1 Mootota 8:43
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 43 ati bakka jireenyaa kee samii keessaa+ dhagaʼi; sabni lafa irraa hundi akkuma saba kee Israaʼel maqaa kee akka beekanii fi akka si sodaataniif,+ akkasumas maqaan kee mana ani ijaare kana irratti akka waamamu akka beekaniif, wanta namni biyya ormaa sun si kadhate hunda isaaf godhi.

  • Roomaa 3:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Yookiin inni Waaqa Yihudootaa qofa dhaa?+ Saboota kaaniif hoo Waaqa mitii?+ Eeyyee, inni saboota kaaniifis Waaqa dha.+

  • Roomaa 15:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Akkasumas inni, “Yaa sabootaa, saba isaa wajjin gammadaa”+ jedheera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi