LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 54:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 “Sababiin isaas, Uumaan kee inni Guddichi+ siif akka abbaa manaa* ti,+

      Maqaan isaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa ti,

      Inni si furus+ Isa Qulqulluu kan Israaʼeli.

      Inni Waaqa guutummaa lafaa jedhamee ni waamama.+

  • Roomaa 10:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Nama Yihudii fi nama Giriikii gidduu garaa garummaan hin jiru.+ Gooftaan hunda isaanii tokko dha; inni warra isa waammatan hundumaaf arjaa dha.

  • Galaatiyaa 3:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Kunis kan taʼe, eebbi Abrahaam karaa Kiristoos Yesuus+ saboota kaaniif akka dhufuu fi nutis karaa amantii keenyaa hafuura isa abdachiifame+ akka fudhannuufi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi