LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 15:7-9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Marii cimaan* erga godhamee booda, Pheexiros kaʼee akkana isaaniin jedhe: “Yaa obbolootaa, saboonni kaan dubbii misiraachichaa afaan koo irraa akka dhagaʼanii fi akka amananiif Waaqayyo yeroo dheeraa dura isin gidduudhaa na filachuu isaa akka gaariitti beektu.+ 8 Waaqayyo inni garaa namaa beeku,+ akkuma nuuf godhe isaaniifis hafuura qulqulluu kennuudhaan+ dhugaa baʼeera. 9 Kana malees, inni nuu fi isaan gidduutti garaa garummaa hin goone;+ kanaa mannaa, amantii isaaniitiin garaa isaanii qulqulleesseera.+

  • Galaatiyaa 3:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Hundi keessan tokkummaa Kiristoosii wajjin qabdaniin tokko waan taataniif,+ Yihudii yookiin nama Giriikii,+ garbicha yookiin nama bilisa taʼe,+ dhiira yookiin dubartii+ gidduu garaa garummaan hin jiru.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi