LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Qorontos 12:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Sababiin isaas, Yihudoonnis taʼe Giriikonni, warri garbummaa jala jiranis taʼe warri bilisooman, hundumti keenya qaama tokko taʼuuf hafuura tokkoon cuuphamneerra; hundi keenya akka dhugnuufis hafuurri tokko nuuf kennameera.

  • Qolosaayis 3:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 namummaa haaraa isa akka fakkaattii uumaa isaatti+ beekumsa sirriidhaan haareffamaa deemu sana uffadhaa;+ 11 isa keessas Giriikiin yookiin Yihudiin, dhaqna kan qabate yookiin dhaqna kan hin qabanne, ormi, Iskutees,* garbichi yookiin namni bilisa taʼe hin jiru; Kiristoos garuu waan hundumaa ti, hundumaa keessa jiras.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi