Faarfannaa 2:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 “Ani Xiyoon+ isa gaara koo isa qulqulluu taʼe irratti,Mootii koo muudeera”+ jedha. Faarfannaa 21:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Yaa Yihowaa, jabina keetiin mootichi ni gammada;+Inni gochawwan fayyinaa keetti baayʼee gammada!+