- 
	                        
            
            1 Seenaa Baraa 11:12-14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
12 Isatti aansuudhaan Eleʼazaar+ ilma Doodoo Ahohichaa.+ Inni loltoota jajjaboo sadan keessaa isa tokko ture. 13 Inni Paas Daamiim+ bakka Filisxeemonni waraanaaf walitti qabamanitti Daawitii wajjin ture. Bakka sanas maasiin garbuun irra guute tokko jira ture; namoonni sunis Filisxeemotaan kan kaʼe ni baqatan. 14 Inni garuu maasicha gidduutti iddoo isaatii utuu hin sochoʼin maasicha irraa isaan ittise; Filisxeemotas ni rukute; akka kanaan Yihowaan injifannoo* guddaa argamsiise.+
 
 -